Paanaaliin TGM maali?

Paanaaliin TGM kan dhiyeessaa qorannoo gabaa ta’e kan - TGM Research FZEti. Paanaaliin TGM dhaabbilee dursoota addunyaa bakka bu’uudhaan iyyaatii toora intarneetii fi mobooyila irratti iyyaatii gaggeessa. Iyyaatiileen mata dureewwaan baay’ee of keessatti hammatu: oomishaalee, maqaa daldalaa, beeksisaa fi mata dureewwan fedhii waliigalaa adda addaa. Qorattoonni gabaa daldala, iddoomtota, seectara barnootaa fi miidiyaa irraa odeefannoo fi yaada paanaalistoota keenya irraa funaanuudhaaf nu qunnamu.

Did this answer your question? Thanks for the feedback There was a problem submitting your feedback. Please try again later.