IYYAATIIWWAN GUUTUU
- Iyyaatii xumuruuf yeroo hagam fudhata?
- Qorannoon maaliif cufame?
- Ergaa-en TGM irraa ergamu gara kutaa ispaamii ergama.
- Iyyaatii eegaleen ture, garuu xumuruu hin dandeenye. Sababni isaa maali?
- Maaliif iyyaatii tokkoyyuu argachuu hin dandeenye? / Yeroo hagam hagamiin iyyaatii irratti akka hirmaadhu gaafatama?
- Maaliif hamma ammaa iyyaatii tokkoyyuu argachuu hin daneenye?
- Waa’een iyyaatii haaraa akkamitti natti himama?
- “Kootaan guute” jechuun maal jechuu dha?
- Iyyaatiin yoo adda cite, itti fufu nan danda’aa?
- Maaliif iyyaatiiwwan tokko tokko kompuutara yookiin qafoo ammayyaa qofa irratti guuttamii danda’u?
- Iyyaatiiwwan hunda irratti hirmaachuun qabaa?
- Maaliif “calalii hin dabarre”na qunnama? Maal inni?
- Yaadachiiftuu iyyaatiin hin jira jedhu na gahee ture garuu yommuun ilaalu garuu argachuu hin dandeenye.
- Maaliif iyyaatiin afaan ittiin galmaa’een otuu hin taane afaan biraatiin na gahe?
- Ji’aan iyyaatii hammam haa abdadhu?
- Maaliif iyyaatii hundaaf ergaa-en affeerraa na hin qaqqabne?
- Iyyaatiin Paanaalii TGM yookiin marsariitiin sirnaan him mul’atu.
- Biyya paanaaliin itti ramadameen alatti maaliif iyyaatii guutuu hin dandeenye?
- Maaliif iyyaatiin ani ulaagaa hin guunneef naa ergama?
- Erga iyyaatii xumuree booda, dogongorri na mudate, kuusaa kootittis hin dabalamne.