Iyyaatii xumuruuf yeroo hagam fudhata?

Iyyaatiin baratamaan gaafilee sasalphoo 20 hamma 30 waan of keessatti qabatuuf, yeroo baay’ee giddu galeessaan daqiiqaa 10 – 15 fudhata. Yeroo irraa gara yerootti iyyaatiiwwan dhedheeroon gaafii xaxamaa of keessaa qaban ni jiraatu. Garuu, iyyaatiin inni dheeraa jedhamuyyuu guutanii xumuruudhaaf daqiiqaa 25 ol fudhachuu hin qabu. Nuti yeroo hunda tilmaama sa’aatii ibsa iyyaatichaa wajjiin ni ergina.

Did this answer your question? Thanks for the feedback There was a problem submitting your feedback. Please try again later.