Maaliif iyyaatii tokkoyyuu argachuu hin dandeenye? / Yeroo hagam hagamiin iyyaatii irratti akka hirmaadhu gaafatama?

Akka carraa ta’ee, nuyi guyyaattii affeerraan hammam akka si gahu shallaguu hin dandeenyu. Sababii yoo danaan kee isa barbaadamuun wal gite iyyaatiin ofnaan sii ergamuuf yoom akka argattullee himuu hin dandeenyu. Hirmaattonni faduuliidhaan waan filatamaniif, duraan dursee ulaagaalee adda addaa kan akka umrii, saala, teessoo kkf filatamuu danda’u. Carraa kee dabaluudhaaf, maaloo danaa miseensummaa keetii hundi guutamuu mirkaneeffadhu. Miseensota danaa guutanii xumuraniif dursi waan kennamuuf affeerraa argachuuf carraa irra caalaa qabu. 

Did this answer your question? Thanks for the feedback There was a problem submitting your feedback. Please try again later.