Iyyaatii eegaleen ture, garuu xumuruu hin dandeenye. Sababni isaa maali?

Kan armaan gadii dabalatee kuni sababoota baay’eedhaan uumamuu danda’a:

1. Cufamuu qorannoo: Qorannoon kan gaggeeffamu yeroo murtaa’eefi. Erga guyyaan darbee guutuu hin dandeessu. Hamma danda’ameen saffisaan affeerraa iyyaatiitiif akka awwaattu si jajjabeessina.

2. Maniidhaan ala yookiin ulaagaa hin guuttu: Yeroo tokko tokko danaan kee ulaagaalee qorannichaatiin wal hin gitu, kana jechuun ati manii gartuu saniin ala jechuu dha. Iyyaatiiwwan “calallii hin dabarre” wajjiin si qaqqabe, akka guuutameetti hin lakkaa’aman fi kafaltiin si’eessituuf hin badhaafamu.

3. Lammata hirmaachuu: Yoo kana dura iyyaatii irratti hirmaattee jiraatte (xumurtee yookiin immoo calalii otuu hin darbin haftee), irra deebitee eegaluu yoo barbaadde, iyyaatii argachuu hin dandeettu.

Did this answer your question? Thanks for the feedback There was a problem submitting your feedback. Please try again later.