Maaliif “calalii hin dabarre”na qunnama? Maal inni?

Erga ati ulaagaa barbaadamu guutuu akka hin dandeenye mirkanaa’ee booda kan calalii hin dabarre kan uumama. Qorannoon tokko tokko hirmaattota ulaagaa wayii guutan qofaaf mala.

Ulaagaa guutuu fi guutuu dhabuu kan kee, tuuta gaafilee jalqaba iyyaatii irratti gaafannuun murteessina. Ulaagaa barbaadamu gituu yoo baatte, calalii darbuu dhabuu dandeessa, sana booda ergaan haqa jiru ibsu si qaqqaba.

Did this answer your question? Thanks for the feedback There was a problem submitting your feedback. Please try again later.