Daataa danaa kootii maaliif paanaalicha irratti kaawachuu dadhabe?

Dhimmi kun yeroo baay’ee kuftalee waliin wal qabata. Maaloo kuftalee kee sirriitti qulqulleessi.

Danaa kee guuttee olkaa’uudhaan sakatta’aa biraa fayyadamuudhaanis yaaluu ni dandeessa.

Geessituu armaan gadii cuqaasiitii akkaataa kuftalee fi kuusyaadannoo itti qulqulleessitu ilaali.

Did this answer your question? Thanks for the feedback There was a problem submitting your feedback. Please try again later.