PeeyPaaliin maali?

PeeyPaaliin kennaa tajaajila kafaltiiti. PeeyPaaliin namoonni hundumtuu maallaqa nageenyaan, haala mijaawaa ta’eenii fi kafaltii xinnoodhaan teessoo ergaa-e fayyadamanii akka erganii fi ergamuuf ni gargaara. Asitti galmaa’uu ni dandeessa: www.paypal.com

Did this answer your question? Thanks for the feedback There was a problem submitting your feedback. Please try again later.