Kafaltiin karaa PeeyPaalii akkamitti hojjata?

Jalqaba gara www.paypal.com deemuudhaan eenummeessaa banadhu. Teessoon ergaa-e kee kan eenummeessaa PeeyPaalii fi kan iyyaatii ittiin argattuu walfakkaataa ta’uun isaa dirqama (nuti qarshii ergaa-e kanarratti qofa ergina). Yoo eenummeessaa PeeyPaalii qabaatte ergaa-e Paanaalii TGM irratti fayyadamtu galchuu ni dandeessa. (maaloo gara sirreeffama PeeyPaalii deemi - akkamatti akka hojjatamu ilaaluudhaaf as ilaali)

Did this answer your question? Thanks for the feedback There was a problem submitting your feedback. Please try again later.