Qabxiin gatii maallaqaan hammamii qaba?

Qabxiin 1 gatii maallaqa 1n wal gita. Biyya qabeenyichi paanaalii irraa itti kafalamuu fi maallaqa biyyattii irratti hundaa’a (fakeenyaaf Yunaaytid Isteetis keessatti qabxiin 1 = USD 1, Yunaaytid Kiingidam keessatii qabxiin 1 = GBP 1, Awustiraaliyaa keessatti qabxiin 1 = AUD 1, kkf)

Did this answer your question? Thanks for the feedback There was a problem submitting your feedback. Please try again later.