Garaagarummaan kuusaa maallaqaa fi qabxii jidduu jiru maali?

Iyyaatii xumuramaniif maallaqnii kuusaa kaashiitti dabalama (fandiin kun dhaabbatoota paanaalii keenya irratti iyyaatii kaa’an irraa dhufa).

Maallaqni erga hamma gadi aanaa baasuu gahee karaa PeeyPaaliitiin yookiin immoo akka GCodestti bahuu ni danda’a.

Kuusaan inni lammataa immoo, jechuun, kan qabxiidhaan lakkaa’amu, Paanaalii TGM irra kallattiidhaan badhaafama.

Yeroo ammaatti, qabxiin kan badhaafamu:

-          danaa guutuudhaaf

-          qorannoodhaaf yoo ulaagaa guutuu baattee (piroojeektii cufame,ulaagaa yoo guutuu baatte yookiin immoo ramaddiin yoo guute )

-          komishiinii sagantaa bakka bu’ummaa irraa

Iyyaatiiwwan qabxiidhaan kafalan yeroo dhihootti dhiyeessitoota qorannoo irraa ifa ni goona.

Qabxiin erga hamma gadi aanaa baasuu kuufatanii boodaa kutaa "Badhaasaa" keessaa baafachuun ni danda’ama.

Did this answer your question? Thanks for the feedback There was a problem submitting your feedback. Please try again later.