Karaa GCodes akkamitti kafalama?

Ergaa-e TGM irratti ittiin galmoofte fayyadamuudhaan https://app.g.codes irratti eenummeessaa banuun eegali. Erga xumurtee booda cancala “Badhaasota” keessatti GCodes akka mala kafaltiitti filadhu.Sana booda ergaa-en lakkoofsa addaa GCodes of keessaa qabu si qaqqaba.Gara eenummeessaa GCodes deebi’uudhaan koodii kana fayyadamiitii qabxii kee kuusaa toora intarneetii GCodes irratti dabaladhu. Meeshalee fi tajaajila GCodes dhiyeessu bitachuudhaaf qabxii kana fayyadami.

Did this answer your question? Thanks for the feedback There was a problem submitting your feedback. Please try again later.