Paanaalii TGMtiin ala eenyurraayyuu ergaa-en na gahaa?

Lakki. Haala kamiiniyyuu Paanaaliin TGM teessoo ergaa-e kootii qaama kamittiyyuu hin kennu, hin kireessuu yookiin hin gurguru yookiin immoo paartii sadaffaadhaan ergaa-e sitti hin ergisiisu. Odeeffannoon ati gaafa galmee fi danaa haaromsitu kennite, qorannoo iyyaatiitiif hirmaattota ittiin filachuu fi qunnamtii biraa miseensummaa kee ilaallatu qofaati.

Did this answer your question? Thanks for the feedback There was a problem submitting your feedback. Please try again later.