Paanaalii TGM Itoophiyaa eentu maamilaa’uu danda’a?

Namni waggaa 16 fi ol ta’ee fi yeroo ammaa jiraataa Itoophiyaa ta’e hundinuu. Iyyaatiin keenya intarneetii gubbaatti waan ta’eef, meeshaa kamiinuu haa ta’u: Kompuutara Mattayyaa, Koyaa, bilbila/qafoo ammayyaawaa or kiniiniidhaa dhaqqabummaa intarneetii qabaachuu qabda.

Kanaafuu, maamilaa’uudhaaf dirqama:

  • waggaa 16 ol ta’uu
    • Itoophiyaa keessa jiraachuu
    • dhaqqabummaa Qafoo ammayyaawaa, kiniinii yookiin Kompuutara Mattayyaa
    • accept our Ittiin Bulmaataa fi Otoola fi Imaammata Mateenyaa
  • paanaalii irratti galmaayi
  • Did this answer your question? Thanks for the feedback There was a problem submitting your feedback. Please try again later.