Paanaalii TGM Itoophiyaatti akkamitti maamilaa’a?

Galmaa’uun salphaa dha. As cuqaasuudhaan yookiin gara marsariitii paanaalii keenyaa http://sa.tgmpanel.com deemuudhaan Maamilaa'i cuqaasi. Galmaa’uudhaaf, lakkoofsa mobaayilii fi ergaa-e kee wajjiin gaafilee muraasa deebisuu qofatu sirraa eeggama. Akkuma galmoofteen ergaa-en geessituu kakaastuu of keessaa qabu si qaqqaba. Eenummeessaa fi miseensummaa kee kakaasuudhaaf geessituu kana cuqaasi.

Did this answer your question? Thanks for the feedback There was a problem submitting your feedback. Please try again later.